Video editor kinemaster pro kan qarshiin bitamu tolaan gadi bufaadha

yeroo amma kanaa video edit gochuuf system bayyee jira namoonni hedduun video ediiti gochuuf computer fayyadamuu isaan kan immoo Appiiwwan adda addaa gargaramuun bilbila irratti edit godhuu garuu sun yeroo heddu kan nama jala gubuuf hojii garii ta’ee dafnee xumuruuf ykn hojechuuf danuu namaa danqaa.

Read more