APP AJAA’IBA ADOBE LIGHTROOM PRO ISA UPDATE TA’EE FAYYADAMAA

APPII Adobe Lightroom: Appin kun bayyinaan namoota photographer ykn color grade suuraa irratti hojechuuf fedha qabaniif fayidaa guddaa qaba Sababni isaas wantoota heddu dalaguuf humna kan qabuuf sirritii photo kamiyyuu edit gochuuf dandeettii kan qabu waan ta’eef Egaan suuraa kessan irratti Bifa (color) garagaraa umuuf ykn tolchuuf isiin gargaara fkn suuraa bayyee dukkanaa’a ture ifa gochuu, kan bifti isa hin miidhagneef midhagina itti gochu, fuula namaa kan bugurii garagaraa qabu qulquleessu (SMOOTH) gochuuf bayyee kan isin barbachissudha

Dabalatas KAMEERA mata isa danda’ee waan of kessa qabuuf suuraa yeroo ittin kasstan sistama heddu fayyadamu ni dandessu sababni isa immo wantoota CAMERA gudda irrati argaman heddu offira waan qabuuf fkn akka ISO, PRO, LIGHT CONTOROL fi kkf waan of kessatti qabate jiruuf hojjiwan heddu ittin dalagu ni dandeessu! Egaan fayyidaan isaa kanaa qofa miti waan hedduudha wanta ta’eef bufadha itti fayyadama jennaa gama kenyaan.

EDIT THE FINE DETAILS
Finesse details with the advanced picture editor. Remove almost anything with a touch of the Healing Brush. Create masks to edit a specific area of a photo without impacting the rest of the image. Lightroom AI makes life easy by automatically selecting the sky or subject of your photo to edit further. Achieve stunning effects with advanced color grading and import your own graphical watermarks for a personal touch.

LIGHTROOM PRESETS SIMPLIFY PHOTO EDITING:
Achieve pro photo editing faster with presets – filters for pictures – and get perfect Recommended Presets with the help of AI. Simplify your photo editing, and access 150+ new hand-crafted presets with Lightroom Premium. Combine presets to recreate your favorite photo effects perfectly every time with one tap.

PRO CAMERA
The picture editor with unique camera controls to unlock your photography potential. Choose exposure, timer, instant presets, raw and more. Control your photography with camera capture modes like Professional and HDR.

SMART PHOTO ORGANIZATION
The photo editor harnesses Adobe Sensei AI to tag and organize photos based on the objects or people that are in them. Use handy organizational tools like ratings and flags to mark and group your photos.

DOWNLOAD ADOBE LIGHTROOM

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *