Oduu gamachisa afaan Oromoon Google translator keessa nuuf seenee jira!

Oduu gammachiisaa ijjoollee Oromoo kan tatan hundaaf Google afaan Oromoo afaan Dijiitaalaa nuuf godhe jira kana booddee afaanota barbaadan kamiyyuu garaa afaan keenya Oromootti jijjiiruun dubbisuu ni dandeessu! Wow kanaaf maam eegduree ammuma itti fayyadama App google translator buufadhaatti kaneen bilbila keessan irraa qabda immoo update godha malee isiniif dalaguu dhisuu mala link isa dhuma barruulee kana irratti argatu bakka download google transletor jedhu tuquun!

Hubachiisa afaan oromoon keenya data google keessatti waan rafu sirritti hojii eegaluuf qooqa filatan keessatti Oromo kan jedhu argachuu dhisuu dandeessu kanaaf amma yerooti wanti isin gootan afaan jiran kan jalqabaa keessa DETECT LANGUAGE kan jedhu filachuun jecha afaan oromo barbaadan kamiyyuu itti barreessuun gara afaan itti jijjiiruu feetan kamittiyyuu jijjiiruu ni dandeessu salphaadha!!!!

Ammas baga gamadan jechuun barbaada irraa deebiin kuun carraa guddadha beekumsa hedduu ittiin argachuu ni dandeenya waan ta’ee ammallee jabane walii keenya jajabeessuun afaan keenya akka guddifanuu dhamsa isin godha galatomaa🙏

https://youtu.be/SgSFZVAa1dc
Vudeo kana dawwadha itti fayyadama isa sirriitti beekuuf

The world is closer than ever with over 100 languages

• Text translation: Translate between 108 languages by typing
• Tap to Translate: Copy text in any app and tap the Google Translate icon to translate (all languages)
• Offline: Translate with no internet connection (59 languages)
• Instant camera translation: Translate text in images instantly by just pointing your camera (94 languages)
• Photos: Take or import photos for higher quality translations (90 languages)
• Conversations: Translate bilingual conversations on the fly (70 languages)
• Handwriting: Draw text characters instead of typing (96 languages)
• Phrasebook: Star and save translated words and phrases for future reference (all languages)
• Cross-device syncing: Login to sync phrasebook between app and desktop
• Transcribe: Continuously translate someone speaking a different language in near real-time (8 languages)

Translations between the following languages are supported:
Afrikaans, Albanian, Amharic, Arabic, Armenian, Azerbaijani, Basque, Belarusian, Bengali, Bosnian, Bulgarian, Catalan, Cebuano, Chichewa, Chinese (Simplified), Chinese (Traditional), Corsican, Croatian, Czech, Danish, Dutch, English, Esperanto, Estonian, Filipino, Finnish, French, Frisian, Galician, Georgian, German, Greek, Gujarati, Haitian Creole, Hausa, Hawaiian, Hebrew, Hindi, Hmong, Hungarian, Icelandic, Igbo, Indonesian, Irish, Italian, Japanese, Javanese, Kannada, Kazakh, Khmer, Kinyarwanda, Korean, Kurdish (Kurmanji), Kyrgyz, Lao, Latin, Latvian, Lithuanian, Luxembourgish, Macedonian, Malagasy, Malay, Malayalam, Maltese, Maori, Marathi, Mongolian, Myanmar (Burmese), Nepali, Norwegian, Odia (Oriya), Pashto, Persian, Polish, Portuguese, Punjabi, Romanian, Russian, Samoan, Scots Gaelic, Serbian, Sesotho, Shona, Sindhi, Sinhala, Slovak, Slovenian, Somali, Spanish, Sundanese, Swahili, Swedish, Tajik, Tamil, Tatar, Telugu, Thai, Turkish, Turkmen, Ukrainian, Urdu, Uyghur, Uzbek, Vietnamese, Welsh, Xhosa, Yiddish, Yoruba, Zulu

Permissions Notice
Google Translate may ask for permission to access the following features:
• Microphone for speech translation
• Camera for translating text via the camera
• SMS for translating text messages
• External storage for downloading offline translation data
• Accounts and credentials for signing-in and syncing across devices

DOWNLOAD GOOGLE TRANSLATOR APP

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *