Ajjeechaa Gammachiis Moosisaan shakkamuun misirroo dabalatee namoonni jaha to’ataman
Dargaggoo ganna 28 fi ogeessi fayyaa hospitaala riferaalaa yunvarsiitii Wallaggaa, Gammachiis Moosisaa, Adoolessa 24 bara 2013 fuudhee guyyaa tokko booda manaa bahuun achi buuteen isaa dhibame. Maatiin erga barbaadanii dhabaniin boodarra poolisiif gabaasa gochuun barbaachi cimee itti fufe. Barbaacha maatii fi hiriyyoonni isaa qaama nageenyaa waliin godhaniin reeffi isaa magaala Naqamtee irraa fageenya xiqqaa irratti
Ajjeechaa Gammachiis Moosisaan shakkamuun misirroo dabalatee namoonni jaha to’ataman Read More »


