Faayidaa fi miidhaa Bitcoin
Barnoota kanaa kessatti wa’ee Bitcoin(BTC) isin hubachisuuf ni yaala Egaa gosoota Crypto keessaa inni hangafaa Bitcoin dha jenne . Bitcoin jechuun qarshii dijitaalaa sharafa adda addaa addunyaa irratti ittiin geggeessuu dandeenyu fi kan harkaan hin qabamne albuuda dijitaalaa sirna algoorizimii compiyuteraa humna qabeessa taheen kan hojjetamee argamuudha. Bitcoin gabaabsinee yoo barreessinu “BTC” jennee kaa’uu dandeenya.
Faayidaa fi miidhaa Bitcoin Read More »


