Yeroo bayyee namoonni silkii nuuf bilbiluun sagalee keenya RECORD ni godhu akkasumas namaaf yemmuu bilbilu nuus ta’e isan sagalee walii wajjiin hasoofnu warraabu “Voice Record” gochu ni dandeenya jechuudha!
Kanaaf guyyaa har’a kana akkamitti akka akka yoo namni sagalee keessan yeroo bilbila hasooftan Record godhe itti beekuu dandeessan isinii qabanee dhufne! Jalqaba irratti System kana argachuuf App WireTap Detection (Anti Spy) bilbila keessan irratti install gochuu qabdu MB 2 qofa waan ta’eef bilbila keessan irraa iddoo hin qabatu bufadha.
Jalqabarratti App kana yeroo bantan Enable kan jedhu tuqa saniin boode setting keessa haala armaan gaditti suuraa irratti argamuun ON gochuu qabdu ykn ON ta’u isaa mirkaneessa

Akkata suuraa irratti argitan kanaan waan hunda xumuraan salphaatti yeroo kamittiyyuu namni yoo bilbila isiniif bilbilee ykn gara namatti bilbiltan gidduu sanati yoo sagaleen keessan RECORD ta’a jira ta’e dafe isin beeksisa akkasumas vabiretii ni godha haala kanaan sagaleen keessan gonkumaa akka namaan record hin tane gochuu ni dandeessu!
Appiin WireTap Detection (Anti Spy) jedhamu kun playstore irra ni jira garuu biyyoota hunda keessatti argachuu dhisuu ni dandeessu Kanaaf salphaatti as website keenya irraa gadi bufachuu ni dandeessu bakka download jedhu tuqun.
About WireTap Detection App
This Unique App seems to be One Of A Kind. We have not found any other App with the same capabilities. All Options are Enabled by default. You should have a look at them (on the Settings Page). May be you want to Disable some of the Options.
Please note that it is only possible to check whether a Microphone Recording is Ongoing or not, at the fixed Intervals selected by you, e.g. once per minute, once per 10 minutes, etc. A shorter Period increases the likelihood of detecting a Mic Recording, but the Battery Consumption may increase slightly. So you should find your own compromise between Detection Probability and Battery Consumption.
Detection of Phone Call Recordings is independent of this Checking Period, as it is limited by the Start and End of the Call. You may optionally verify that the Periodic Microphone Checking is working, by enabling a Text Notification each time the Microphone is checked.
Due to software differences between various Phones, it may be necessary to adjust a Sensibility value to suit your Device. If you should experience MANY Normal Calls as being registered as Hidden, you should LOWER the Sensibility Factor (found on the Settings Page). If you should experience some real WireTapping Alerts, you should use our “SpyWare Removal” app to try to identify the App causing the problem, and remove it.




