Eyyeen dhugadha GB 1000 ol bilbila keessan irratti salphaatti fayyadamu ni barbaadu tanaan karaan salphaa ni jira baga gammadan isiniin jenna keessatu warra storagen silkii keessanii guutee isin jeeqa jiru!
Namoonni bilbilli keessan guutee isin jeeqa jiru system har’a isiniif qabanee dhufne kanatti gargaramu qabdu! Sababiin isaas fayyida gurguddaa isiniif waan kenuuf Fknf Fayila keessan video, document, suuraa fi kkfkn gonkumaa akka isin jela hin badne ittin gochuu waan isin dandeessisuuf!
Dabalataanis Fiyila keessan dhorkaa tokkoo malee yeroo barbaadanitti upload gochuu, Download gochuu fi share gochuu ni dandeessu hanga Gb 1024 geessanitti!
Eegan GB 1024 ykn Tera 1 argachuuf wanti isin gochuu qabdan tokkoffaan APP TERABOX jedhamu Playstore irraa install godhachu qabdu Link isaas yoo barbaadan as website keenya irraa argachuu ni dandeessu. Lamaffaan Email sirrii fi kan keessan kan ta’e fayyadamuun account App kana irratti uumachuu qabdu. Sadaffaa irratti App TeraBox keessanitti ni seentu saniin booddee Fayila fi wantoota barbaachisoo ta’an kamiyyuu App TeraBox upload gochuun itti fayyadamu ni dandeessu waan Acount keessaniin galmooftan qofaaf GB 1024 isiniif ni kenna waggoota dheraaf itti fayyadamu ni dandeessu!
Faayidaan guddaan Appin TeraBox isiniif kennu inni jalqaba amma Fakkeenyaaf yoo akka tasa bilbila keessan gatan fayila koo baade, waan dirqama barbaachisaa ta’e na jela baade jettanii hin dhiphatan Sababni isaas yoo bilbilli keessan isin jela badeef yeroo kamittiyyuu bilbila kan biran App TeraBox irratti Email kanaan duraa ittin galmooftaniin Fayilaa keessan hunda argachuu ni dandeessu waan ta’eef ajaa’iba!
About TeraBox Cloud Storage
Get 1024 GB Cloud Storage FOREVER. Back Up your Photos & Videos Automatically!
TeraBox is a free cloud storage tool for data backup, files sharing and video display. Get 1TB (1024 GB) of secure cloud storage, and have extra storage space for your devices.
TeraBox Features:
☁️ FREE cloud drive for backup your documents safely
* 1024GB of free cloud storage to back up all your files.
* Upload multiple types of files to TeraBox.
* Multiple privacy protections.
* Safely storage your files with any devices.
* Quickly access recent and important files.
* Intelligent classified album.
* Sharing the files privately.
With TeraBox cloud drive you can:
🌟 – Get huge cloud storage space for FREE
Install TeraBox now to get free 1024 GB storage space.




