Yeroo bayyee Appileen nutti fayyadamnu bayyee keessa imo fi whatsapp isa jalqabadha haa ta’u malee yeroo ammaa kanatti kampaniin hedduu App isan caaluu danda’an hojechuu irratti argamu!
Kanaaf namoonni imo fi whatsapp rakkolee adda addaan sirriitti isiniif hojechuu dideef App Botim jedhamu kanatti akka gargaramu qabdan isin gorsina Sababiin isaas wantoota whatsapp fi imon dalagu danda’an hunda sirnaan akkata ajaa’iba ta’en dalaguu ni danda’a!
yeroo voice call fi video call hasoftan isiin jala hin cicitu data ykn wifi humna xiqqaa qabuun ni hojeta waan ta’eef Dabalataanis group dhan live namoota heddu waliin Hasawa gochuu akk dandeessaniif isiniif ni hayyama! Kana malees link fi faayiloota barbadan kamiyyuu walii keessaniif share gochu akka dandeessan kan gochu danda’audha.
Haali sekkurriti App Botim jedhamu kanaa heddu amansiisaadha encryption cimaa ni qaba sistamii peer to peer wan fayyadamuuf suuraa yeroo waliif ergitan achuma irratti edit gochuu akka dandeessan ilee isiniif gochu ni danda’a akkasumas location share kan jedhu system ajaa’iba waan qabuuf yoo akka tasaa karaan isin harka bade namni akka karaa isin agarsiisu ni danda’a!
Appiin Botim jedhamu kun plestore irratti kan argamu yoo ta’u yeroo amma kanatti fayyadamtoota miliyoona 50 ol ni qaba nama bayyeen jalatame jira! Link App botim kana kan gara plastorii isin geessu dhuma bareeffama kana irratti ni argatu Download kan jedhun bareefame jira.
About Botim free video and voice call Make FREE voice and video calls to all your friends around the world.- FREE unblocked voice and video calls over 2G, 3G, 4G or Wi-Fi connection, support all mobile operators and ISPs: Etisalat, DU, STC, Mobily, Zain, Orange, Verizon, AT&T, Vodafone, … No VPN is needed, no fee are charged. (*)
– Encrypted chats and calls, unblocked in all countries: UAE, Qatar, Saudi Arabia, Egypt, Oman, Sri Lanka, Bangladesh, United Kingdom, Germany, France, Canada, United States, … Video calls have HD quality and fluent experience even in those countries or regions (e.g Dubai, Abu Dhabi, Doha, Cairo, …) where WhatsApp, IMO, Duo, Skype, WeChat, Viber, Telegram, SOMA, Line, YeeCall, JusTalk, Nimbuzz, Messenger, WePhone, MobileVOIP, WiCall, Hangout, and other messengers’ VoIP call are blocked and not working at all.
– Share photos, videos, voice messages, location, text message(SMS), contacts, web clip and more. It’s simple, fast and fun.
– Group chat with up to 500 people.You can add all your friends, your whole family or your coworkers into a big group.
BOT – A free VoIP call app, encrypted and unblocked in all countries
Make FREE voice and video calls to your friends and family members.
- FREE voice and video calls over 4G, 5G or Wi-Fi connection.
- Encrypted chats and calls.
- Share photos, videos, voice messages, and more.
- Group chat with your friends and family members.
- Express yourself with a built-in emoji dashboard.
With Botim, messaging is now fast, convenient, and exciting. You can send your contacts emojis, photos, videos, gifs, and voice messages. You can even add your entire family in one big group chat as it can now host 500 individuals. More importantly, you never have to worry about sketchy individuals listening in on your conversations and reading your texts since the app has improved security features.




