Namoonni bayyeen bilbila garagaraa fayyadamuu bilbilli hundi isa akkuma dandeettii isaatitti hojiilee adda addaa ni dalaga keessatuu bilbila tokko jaalatamaa kan isa tasisu suuraa inni kaassu danda’u murteessadha.Yoo bilbilli isin qabdan dandeettii hin qabu ta’e suuraan isin ittiin kaasstan qulqullina kan hin qabne isin jala ta’a!
Wanta Kanaaf furmaatni ni jira innis kaameeraa Appillikeeshini garii ta’e fayyadamudha garuu kaameeraa App bayyeetu playstore fi google irra jira. Isaan keessaas isa bareeda ta’eef waan foyya’a of keessa qabu yeroo yerootti ilaalee isiniif dhiyyeessaa akka turre ni beektu! Hara’as kun App haaraa tokkoo isiniif qabannee dhufne jirraa innis HD CAMERA jedhama Free dha playstore irratti ni argatu dhuma barreeffama kana irratti argama!
Faayidaan isa malii?
Yeroo app kanatti fayyadamtani photo kaastan wantoota hedduu osoo suuraa sana hin kaasiin dura sirreessuu ni dandeessu achuma irratti edit gootanii suuraa bareeda kaassu akka dandeessan kan isiniif godhudha.
Fknf
1. Portrait galchuu
2. Time laps video waraabuu
3. Short video record gochuu
4. Dark corner fayyadamuu
5. Ifa isa haala yeroo irratti hunda’ee akka kaasu gochu
6. Filter adda adda jijiruu
7. Hanga barbaadan zoom in fi zoom out gochuu
8. Kaalarii isa jijiruu fi kkfn dha.
Akkasumas suuraa fi video App kanaan kaastan salphaatti achuma irratti edit gochuu ni dandeessu kanaaf filatama isa tasisa bilbila nama hunda irratti waan sirriitti dalaguuf buufadhaa itti fayyadamaa hedduu itti gammaduu!
About HD CAMERA APP
A fully-featured camera with professional shooting functions
HD Camera is one of the best cameras that can give you a brand new shooting experience. There are many types of photography, and you can set different functions according to your preference. This HD camera is free, allowing you to shoot ordinary photos, panorama, and video perfectly.
Besides, the Pro mode provides detailed settings for you, such as ISO, SCE, AF. The other exciting function is that it can feature as a beauty camera, remove the speckles to create a charming face just with one click. It is worthy of the experience.
Key Features:
Shooting in high definition, beautiful and comprehensive.
🎉 Professional adjustment
- ISO: you can change the ISO sensitivity to suit a particular scene, whether indoors or outdoors, bright or dark.
- SCE: night, sports, party, sunset
- White Balance: incandescent, fluorescent, daylight, twilight, cloudy
Personalized editing
- Filters: there are 34 beauty filters in the camera
- Border: 18 types of frames are available, helping you better decorate the photos.
- Adjustment: crop, straighten, rotate, mirror, remove red eyes, draw
- Video: when shooting videos, you can click the screen to intercept a photo under the current lens
Other Features:
Set the photo and video size
volume key to take photos
Countdown timer
Change the path to save the shooting
Turn the flash on and off
Show grid to compose
Touch the screen to shoot a photo
Flick the screen up and down to switch the front and rear cameras
Zoom by pinching the phone screen or sliding the capture button
This multifunctional camera will provide you with amazing shooting joy. Come and download it now. Capture your beautiful moments, enjoy your interesting life!😍💯




