Afaan Amharaa haala salphaatti kan nu shaakalsiisu

Haala salphaatti qubee afaan Amharaa kan ittin shaakalu dandeenyu App ajaa’iba! Amharic to Afaan Oromoo Dictionary Itiyoophiyaatti dalagamee yeroo amma kana 100,000 oliin fayyadamtoota kan qabu isiniif qabanee dhufne jirraa.

Appin Qubee Afaan Oromoo fi Afaan Amharaa kan nuu barsiisuu kunis haalli inni itti dalaguu itti fayyadamuuf bayyee salphaadha jechoota adda addaa afaan keenyaan barreefaman hedduutu achi keessa jira hiikaawwan isa waliin Kanaaf Jechi tokko afaan Oromootti maal akka ta’e fi Afaan Amharaati immoo maal akka jedhamu irraa ilaallu ni dandeenya waan ta’eef! Keessoon Appin kana fakkata suuraa irra ilaala

Appin kun playstore irraa salphaatti aargachuu ni dandeessu link isaas bakka download jedhu tuqun playstore isin waan geessuuf bilbila keessanitti install godhadha!

Afaan Oromoo Amaaraa Amharic Afan Oromo Dictionary አማርኛ አፋን ኦሮሞ መዝገበ ቃላት

Amharic Afaan Oromoo Dictionary
Galmee Jechoota Afaan Oromoo – Amaaraa

This is a basic Afaan Oromo Amharic dictionary that focuses on everyday communication and vocabulary. It has Afaan Oromoo Words with their equivalent Amharic translation, and vice versa. You can writer and search the dictionary using the built in Amharic keyboard inside the app.
This is not academic or technical dictionary rather it contains essential words for daily conversations.

The app gives Amharic Translations for English Words and Sentences. The App gives Direct Amharic Translation for English and also Amharic to English translation. Simply, both ways for Amharic or English. The app can be used as an Amharic English Dictionary or English Amharic Dictionary. If You want Amharic and English Translator, English to Amharic, this app is for you. The app can do what any English and Amharic Dictionary can do. You can study Amharic English using this app, you can Learn English Amharic by using this app.
Amharic is a Language spoken in Ethiopia.

DOWNLOAD Amharic Afaan Oromoo Dictionary

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *