Blogging

Video yeroo ilaaltan kaffaltii argachuuf maloota salphaa App cashing

Video ilalaun geemi taphachaa qorannoo tokko tokkoof deebii kennuu, dhiyeessii hojii xumuruu ykn miidiyaa hawaasaa isaanii fayyadamuun Cash, maallaqa virtual appii kanaa mo’achuu danda’a. Karaa Cashing fayyadamaan maallaqa sana baasuu ni danda’a. Appichi taphoota hedduu irrattis maallaqa baasuu ni danda’a. Wanti haaraan baay’een dhufaa jira karaaleen haaraan maallaqa itti argatan ni dhufa. Appiin kun guutummaatti

Video yeroo ilaaltan kaffaltii argachuuf maloota salphaa App cashing Read More »

Wa’ee Daldala Foorexii hagam beektu? Forex Trading

Daldala bal’aa fi guddaa addunyaan wal daldalaa jiruudha. Forex Trade karaa biraa Foreign Exchange yoo jedhamu hiikni isaa sharafa addunyaa kanaa wal jijjiiruudha. Forex Trade gabaajee ta’ee yoo barreeffamu FX jedhama. Bara 1970 keessa biyya Ameerikaa keessatti eegale. Turtii kana irraa kaasee hanga har’aatti daldalli sharafa biyyoota adda addaa wal jijjiiruu osoo addaan hin kunnee

Wa’ee Daldala Foorexii hagam beektu? Forex Trading Read More »

Game taphachaa video daawwachaa qarshii Paypal dhan kan kaffalu App haaraa |New earning App

Waan video ilaaltaniif game taphataniif karaa paypal dhan qarshii isiniif kaffalu kan danda’u App haaraa kanatti fayyadamaa Appin kun paypal akkawunti keessaniin isiniif ni kaffala Dollar 2 irra kaassee hanga feetan ykn dalagatan irraa basuu ni dandeessu haali itti fayyadama isaas salphaadha account Facebook ykn Gmail keessaniin galmaa’u ni dandeessu. Appiin kun play store irratti

Game taphachaa video daawwachaa qarshii Paypal dhan kan kaffalu App haaraa |New earning App Read More »

Muziiqaa dhageefachuun Game taphachuun doolaara bayyee kan nuuf kaffalu App mode earn

Karaa salphaa ta’en muziiqaa dhageefachuun game taphachuun, video dawwachuun qarshiin akka isiniif kaffalamu gochuu yoo barbaadan App haaraa mode jedhamu kana fayyadama paypal keessan irratti dollar dhan isiniif kaffalu ni danda’a santimii Amerikaa 10 irra kasse hanga doolaara 600 ti Kanaaf ammuma bufadha itti gargarama warri app akkasi barbaadan hundi dhuma barreeffama kana irratti link

Muziiqaa dhageefachuun Game taphachuun doolaara bayyee kan nuuf kaffalu App mode earn Read More »

Game daqqiqaa muraasaaf taphachaa qarshii kan nuuf kaffalu App haaraa (givvy slot)

Maallaqa dhugaa argachuu barbaaddu! Amma buufadhaa carraa keessan yaalaa. Guyyaan hundi carraa maallaqa dhugaa mo’achuudha, battalumattiKallattiin gara PayPal, Coinbase, Binance, Amazon ykn boorsaa dhugaa biraatti baasuu.PayPal – kallattiin gara Herrega PayPal keessaniitti dabarsuuCoinbase, Amazon ykn boorsaa dhugaa biroo – kallattiin gara herrega keessaniitti dabarsuu *Maallaqa maallaqaan bahu isa xiqqaa baasuu keenyaa ol ta’e gara herrega

Game daqqiqaa muraasaaf taphachaa qarshii kan nuuf kaffalu App haaraa (givvy slot) Read More »

Haga doolaara 100 olii kan nuuf kaffaluu danda’u App ajaa’iba

Torban torbaniin badhaasa GAMEE irratti taphoota 100% BILAASHA taphachuun DOLLARS dhibbaan lakkaa’aman badhaasa maallaqaatiin MO’ADHAA. GAMEE appii tapha mobaayilaa bilisaa fayyadamtoonni tapha viidiyoo bilisaa taphachuun galii akka argatan, bittaa appii keessaa hin barbaachisu, mo’achuuf kaffaltii hin kaffalchiifnedha! Appii tokko keessatti taphoota adda addaa +70 taphadhu, Wheel of Fortune naannessii, guyyaa guyyaan battalumatti galii argachuuf gabatee

Haga doolaara 100 olii kan nuuf kaffaluu danda’u App ajaa’iba Read More »

Bilbila bishaan bu’ee qulqulleessuuf

Yoo akka tasaa bilbilli keessan bishaan bu’ee silkiin ispiikeeriin isaa isiniif hojechuu didee ykn mobaayillin keessan yeroo bilbila nama waliin hasooftan sirriitti dhageesisuu dideef Appiin isiniif sirreessuu danda’u ni jira WATER WAVE jedhama sound speaker silkii qulqulleessu of keessa qaba Haali appiin kun itti dalagu hedduu takka salphaadha playstore irratti kan argamu yoo ta’u yeroo

Bilbila bishaan bu’ee qulqulleessuuf Read More »

Karaalee 5 kan qarshii irraa argachuu dandeenyu

Marsariitii Maallaqa Irraa Argachuu Dandeenyu Karaalee hedduu online irraa qarshii itti argachuu dandeenyu hedduudha. Maallaqni nuti internet irraa argannu kun baasii tokko malee osoo kiisii keenyaa hin baasin salphaatti kan qarshii argachuu dandeenyuudha. Kana jechuun qarshii bilisaa kan jennuudha. Qarshiin bilisaa gafa jennu internet irraa salphaadhumatti bakki nuti hojjennee maallaqa argachuu dandeenyu marsariitii hedduutu jiru

Karaalee 5 kan qarshii irraa argachuu dandeenyu Read More »

suuraa kamiyyuu gara vidiyoo ajaa’iba ta’eetti kan jijiruu App haaraa vivacut pro

Akka nama hawwatu gootanii suuraa ykn footo keessan salphaatti gara vidiyooti jijiruu yoo barbadan app ajaa’iba kanatti fayyadama akkasumas social media kan akka tiktok fi youtube irratti kaneen video dalagdaan yoo ta’ee appiin kun hedduu isin faayada kanaaf yoo pro isaa kan qarshiin gurguramuu tolaan bufachuu barbaadan dhuma barruulee kana irra ademuun bakka Download jedhu

suuraa kamiyyuu gara vidiyoo ajaa’iba ta’eetti kan jijiruu App haaraa vivacut pro Read More »

Photo qulqulina hin qabneetti karaa qulqulina itti dabaltaan PE

Ala bayyee suuraa yeroo hedduu dura kanee kan qulqulini isa gad bu’a ta’e osoo nuuf bareede jenne kan yaadnu jirachuu ni danda’a ta’a! Yoo akkas ta’e salphaatti Appiin photo qulqulina gad bu’a ta’e qabu tokko fudhe gara quality heddu itti dabaludhan kan nuuf qulqulleessuu danda’uu argame jira Remini – Ai photo enhancer jedhama fayyidan isa

Photo qulqulina hin qabneetti karaa qulqulina itti dabaltaan PE Read More »

WhatsApp, imo fi kaneen biroo bilbila tokko irratti shan goone kan ittin fayyadamnu

Silkii tokko irratti account adda addaan App barbaadan shan shan gootanii fayyadamiuf yoo barbaadan App aajaa’iba kanatti fayyadamuu ni dandeessu App cloner jedhama maqan isa fayyidan isa immoo bayyeedha fknf wantoota akka whatsapp imo Facebook messenger fi kaneen bro bilbilumma tokkorratti akkawontii adda ummachuun fayyadamuu akka dandeeasan gochuu ni danda’a kana jechuun immo osoo data

WhatsApp, imo fi kaneen biroo bilbila tokko irratti shan goone kan ittin fayyadamnu Read More »