Wantoota shaniif kan isin gargaaru App ajaa’iba isiniif qabanne dhufne jira.
Yeroo bayyee silkiin iccitii ta’e kan akka namni biroon nu jela arguu hin barbaanne jira ta’u ni danda’a Kanaaf haala salphaatti lock ykn qulfii mata keenya itti gochuu kan nu dandeessu App couchgram fayyadmuu qabna.! Sababni isaas faayidaa 5 qoba isa nuuf kennu waan danda’uuf
1ffaa Yeroo namni nuuf dawwaluu hayyama keenyaan ala enyuule akka bilbila sana kaasu ykn hasawuu hin dandeenyee gochuuf nu gargara.
2ffaa maqaa nama nuuf bilbilaa jiruu dhoksuuf ykn enyummaa isaa jijjiiruuf kan nu fayyaduudha.
3ffaa Yoo barbaanne suuraa yeroo silkiin nuuf dawwalamuu kamiyyuu waan fedha keenya irratti jijjiiruuf ykn irra kaa’achuuf nu dandeesisa.
4ffaa Hayyama keenyaan ala nama silkii keenya tuquu enyummaa isa suuraa kasee kan nuuf kaa’uudha ykn report gochuu ni danda’a.
5ffaa Appiwwan bilbila keenya irratti install goone fayyadamnu qulfii ykn “lock” itti gochuu nu dandeesisa.
Appiin kun maqan isa inni sirriin “COUCHGRAM INCOMING CALL LOCK & APP LOCK” jedhama pleystorii irrratti argachuu ni dandeessu link isa ammoo as website keenya dhuma bareefama kana irratti ni argatu galatoma🙏
What’s couchgram call lock Application use for?
Couchgram App is Most Trusted No.1 Incoming Call Lock & App Lock
â–¶ Incoming Call Lock
You can have full privacy for your incoming calls by setting your own password
Protect your incoming call with your fingerprint
(*Fingerprint lock is only supported on Android 6.0 device with fingerprint sensor)
â–¶Hide Caller ID / Rename Caller ID
You can change or hide caller’s name or number on incoming call screen


â–¶App Lock
Protect your phone logs, text messages, photos, video and etc with WhatsApp and Facebook
Use your fingerprint to lock favorite apps
(*Fingerprint lock is only supported on Android 6.0 device with fingerprint sensor)
â–¶Take picture of intruder
Anyone snooping on your phone? Couchgram will catch them for you.
â–¶Speed Booster (Memory Boost)
Clean your memory and speed up your device.
“Speed up your phone with booster”
â–¶Call log auto delete
Would you like to hide your call logs? Register a contact to delete call logs automatically.
â–¶Incoming Call Wallpapers
Express your preferences by selecting unique incoming call wallpapers.
Try selecting photos that capture your favorite moments.”
â–¶Privacy Screen Filter
Use privacy screen filter to protect others from seeing your screen
(*Lowers screen brightness lower than you can do it by default brightness settings in android.)
â–¶Permission required
Device & App history: Permission required for App-Lock
Identity : Permission required for installing App
Contacts : Permission required for Incoming Call Lock
SMS : Permission required for switching to instant messaging during a call
Phone : Permission required for Auto Deleting Call Log
Photos/Media/Files : Permission required for using Photo Gallery as Incoming Call and App Lock Wallpapers
Storage : Permission for using App Lock Wallpapers




