App iddoo namni jiru ittin hordofuu dandeenyu haaraa

Bakka namni jiru salphaatti beeku kan ittin dandeenyu App ajaa’iba kan bara 2022 Appin kun itti fayyadamaaf salphaa kan ta’eef nama hordofuudhaaf kan bayyee mijjaatudha!

Kanaaf akka irraa of eegatan isiniin jenna maqan isaas Waloc jedhama play store irratti kan argamudha haalli Appin kun itti dalagus heddu salphdha jalqaba App waloc jedhamu kana bilbila nama hordofuu barbaanne irratti install ni goona saniin boode create kan jedhu tuqun bakka duwwaa inni nuuf keenuu keessatti Location jenne bareesina send network quality kan jedhus tuqu hin dagatina dhuma irrati DONE kan jedhu ni tuqna kanuma!

Amma salphaatti oddeeffanno nama hordofuu barbaanne sana argachuuf gara bilbila keenya irra dhufne WHATSAPP keessa senuun lakkofsa nama sana irratti LOCATION jenne bareesuun Send ni goona yerooma sana dafe osoo eeyyema nama hordofuu barbaanne sana hin gafatin oddeeffannoo guutu bakka namni suun jiruu adda basee sirriitti nuuf agarsiisu ni danda’a link ittin karaa Google hordofuu dandeenyuus waan nuuf keenuf salphaatti nama barbaanne hordofuun bukkee ga’au ni dandeenya!

Sistamii kanaan bilbila baade illee barbaaduun ni dabda’ama waan gariif itti fayyadamu hin dagatina!

Haala itti fayyadama isaa sirritti hubachuuf video kana daawwadhu

Waloc – Reply automatically with your recent GPS location through WhatsApp on a specific WhatsApp message 👏🥳

Waloc can be used for lots of reasons:
Family locator – each family member can install the app, define a specific message that Waloc will reply automatically with the current location to that message through WhatsApp

Phone locator – find your own device if it gets lost from any device (laptops, iphones, etc) that is using WhatsApp

Car locator – if your car has a built-in android system you can install the app there, define a specific message and Waloc will reply with the recent location through WhatsApp whenever that message being sent

Waloc returns the location of the device for a specific WhatsApp message that you define and sends a location URL through WhatsApp that shows the device location on Google Maps

⭐ Returns location automatically on a specific WhatsApp message
⭐ Returns device battery level and/or network signal quality with the location (configurable)
⭐ Battery friendly app – does not consume any battery power

👁 INSTRUCTIONS

⭐ Install the app on the device that needs to be found
⭐ Open the app and create a message trigger that triggers the app to send the last location of the device through WhatsApp automatically
⭐ Send the message to that device through WhatsApp and recieve the location back.

DOWNLOAD waloc

It’s so simple that you will be amazed.

So why wait?
Locate what you need with Waloc – GPS Locator for Whatsapp

One thought on “App iddoo namni jiru ittin hordofuu dandeenyu haaraa

  • March 15, 2022 at 2:57 pm
    Permalink

    Hedduu gltm

    Reply

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *