Android tricks

suuraa kee edit gochuuf ykn bareechuuf SNAPSEED fayyadami

Appi kana namoota meqan kessantu fayyadama jira ykn beeka appi photo editing irrati ajaa’iba ta’ee kana? namoonni hin beekne yoo jiraatan kuno guyya har’a isinaan barsiisa akkasumaas akka gadi bufachu dandeessan isniif godheen jira Snapseed: Appin kun immoo kan bayee nama ajaa’ibu namoota heddu biratti fudhatama kan qabu dhaSababiin isaas itti fayyadamuuf kan namaaf salphatu

suuraa kee edit gochuuf ykn bareechuuf SNAPSEED fayyadami Read More »

APP AJAA’IBA ADOBE LIGHTROOM PRO ISA UPDATE TA’EE FAYYADAMAA

APPII Adobe Lightroom: Appin kun bayyinaan namoota photographer ykn color grade suuraa irratti hojechuuf fedha qabaniif fayidaa guddaa qaba Sababni isaas wantoota heddu dalaguuf humna kan qabuuf sirritii photo kamiyyuu edit gochuuf dandeettii kan qabu waan ta’eef Egaan suuraa kessan irratti Bifa (color) garagaraa umuuf ykn tolchuuf isiin gargaara fkn suuraa bayyee dukkanaa’a ture ifa

APP AJAA’IBA ADOBE LIGHTROOM PRO ISA UPDATE TA’EE FAYYADAMAA Read More »

Appilikeeshinoota kanneen sadii Dafaa mobaayilii irraa balessa.

Applikeeshinootni hamoo tahan namoota dhuunfaa fi dhaabbilee yaaddoo keessa galchu. Bakka qabachuun qofa osoo hin taane madda vaayirasiiti, beeksisoota namni hin feenes namatti ergu. Dhaabbanni Google bara kana keessa qofa applikeeshinoota Android’f hamoo tahan kuma 900 haqee jira. kunimmoo kan bara 2017 ture irraa harka 80 caalmaa qaba. Applikeshinootni hamoo tahan kuni, sababoota maamiltoonni irra

Appilikeeshinoota kanneen sadii Dafaa mobaayilii irraa balessa. Read More »

Mallattoowan torba akka bilbilli keessan hakkii ta’ee mul’isan

Bilbilli harkaa keessan waa’ee keessan ragaa hedduu qabachu mala. meeshaa baayyee kan dhunfaa ta’e kunis ergaawwan namoonni kaan akka argan hin barbaannee hedduu, tessoowwanii fi password ykn icciitii bilbilootaa fi kaan qabaachu mala. Kanaafuu, bilbilli keessan ugguramuu (hacked ) ta’u yoo bartan ta’ee battalumatti tarkaanfii fudhachuun barbaachisadha. Haa ta’u malee baayyeen keenya bilbilli keenya ugguramuu

Mallattoowan torba akka bilbilli keessan hakkii ta’ee mul’isan Read More »

Bilbila sobaa halkani isin jeequ maaliin ofirraa ittiftu?

Osoo hirriba keessaa sirriitti hin dammaqiin aariidhaan deebistu ta’a, garuu sagaleen maashinaan waraabame kun sagalee ‘roobootiidhaan’ waan isin jettan osoo hin dhageeffatiin irra deddeebi’ee isin jeeqa. Rakkoon ‘robollamanda’ isin qunnamee beekaa? ‘Sagalee waamicha roobootii’ afaan Ingiliziitiin (‘robocalla’) jedhama. Kun akkuma ergaan sobaa karaa toora iimeelii keenyaan nutti ergamu, sagalee sobaa karaa bilbila keenyaa nutti ergamuudha.

Bilbila sobaa halkani isin jeequ maaliin ofirraa ittiftu? Read More »

HOJIIWWAN QARSHII GURGUDDAA NUUF KAFFALAN

Hojiiwwan qarshii gurguddaa nuuf kaffalan online kana tahan qofa odeeffannoo isiniif laanna. Isaan kun gama gijitaalii ykn online teenyee hojjechuu yoommuu tahu kanneen galii saffisaa nuuf kennan qofa osoo hin taanee bara jireenya keenyaa haga dhaloaataa dhalootatti darbuutti galii nuti argannuudha. Kana jechuun dhaloota keenyatti galiin darbu kaampaanonni akkasi yeroo ammaa hawaasa addunyaa hirmaachisaa jiruudha.

HOJIIWWAN QARSHII GURGUDDAA NUUF KAFFALAN Read More »

App namni bilbila isa irra qabachuu qabu gosa 3

Har’a wantin isiniif qabadhee dhufee Appi gosaa sadiidha kan bayyee isiin fayyadaniidha wan ta’ee itti fayyadamuu qabdu jedhen yadaa fayyidaan isaan isiniif kenaan hedduu inni jalqaba video editiif kan isiin gargaarudha inni lamataa suuraa edit gochuuf isiin fayyada inni sadaffaa immoo namoota bilbilli kessan humna guddaa hin qabne jechuun RMN isa xiqqoo kan ta’eef hedduu

App namni bilbila isa irra qabachuu qabu gosa 3 Read More »

Video editor kinemaster pro kan qarshiin bitamu tolaan gadi bufaadha

yeroo amma kanaa video edit gochuuf system bayyee jira namoonni hedduun video ediiti gochuuf computer fayyadamuu isaan kan immoo Appiiwwan adda addaa gargaramuun bilbila irratti edit godhuu garuu sun yeroo heddu kan nama jala gubuuf hojii garii ta’ee dafnee xumuruuf ykn hojechuuf danuu namaa danqaa. Kanaaf bilbila kenya iratti karaa salphaan video barbaanne akka fedha

Video editor kinemaster pro kan qarshiin bitamu tolaan gadi bufaadha Read More »