saffisa guddaan faayiloota waliif dabarsuuf App haaraa kan 2022
Appi haaraa kan bara kana keessa inni kun kan bayyee nama fayyaduuf hojii hedduu namaa irraa kan salphisuudha! Sababni isaas Fakkeenyaaf yoo amma bilbila haaraa bitatan faayiloota bilbila keessan durii irraa qabdan sana gara silkii keessan isa haaraatti dabarsuuf haala bayyee salphaa fi saffisa guddaan transfer gochuuf isin kan gargaruudha! Maal kana qofa yoo barbaadan
saffisa guddaan faayiloota waliif dabarsuuf App haaraa kan 2022 Read More »










