Akkaataa sagalee keessaa fi alaa Mobaayila keessan irratti waraabdan
Dandeettiiwwan bilbila ismaartii keessanii hedduu keessaa tokko maaykiroofooniin fayyadamuun sagalee waraabuu dabalata. Appiiwaan fayyadamuun yaadannoo sagalee waraabuu, yaadachiisa qabachuu, akkasumas qophii sirrii ta’een sirboota illee waraabuu, taphoota mobaayila keessanii kallattiin dabarsuu fi kkf ni dandeessu. Bilbila Android keessan irratti sagalee alaa fi keessaa akkamitti akka waraabdan kunooti. Akkaataa sagalee alaa Mobaayila Android irratti waraabdan Maaykiroofoonii
Akkaataa sagalee keessaa fi alaa Mobaayila keessan irratti waraabdan Read More »










