Waraana Tigiraay: Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti ‘tarkaanfii dhumaa akka fudhatan’ kallattiin kenname
Ibsi waajjiricha irraa kennamee, TPLF Itoophiyaa diiguuf humnoota biyya keessaa fi alaa wajjin hojjechaa turuu himuun, humna shororkeessaadha jedhan kana irratti tarkaanfii cimaan fudhatamuu akka qabu waamicha dabarse. Haleellaan TPLF bane uummata biyyattii hundarratti akka ta’e hubatamee, uummatni waraana TPLF irratti gaggeeffamutti makamuu fi deeggaruu akka qabu ibsi waajjiira MM bahe hime. ”Lammiileen Itoophiyaa umuriin










