Qofaa isa faayidaa sadii kan isiniif kennu App unseen
Qoofa isa faayidaa faayidaa sadii kan iisiniif kennu danda’u App ajaa’iba namoota social media fayyadamtan hubdaaf App barbaachisa kan ta’edha Sababni isaas eera guddeessa wantoota akka Facebook whatsapp imo telegram Instagram viber fi kkfk taniif waan fayyaduuf.
mee faayidaan Appiin unseen no last seen jedhamu kun isiniif keenuu danda’u isiniif haa tareesu.
- Yeroo hedduu namoonni tokko tokko message nuuf erganii debi’anii ni baleesuu kanaaf yoo App unseen kana fayyadamtan gonkumaa akka meesejiin kamiyyuu delete hin tanee ni godha yoo delete ta’ees Appiicha keessa argachuu waan dandeessaniif jechudha.
- Al tokko tokko Online jirachuuf dhisuu keenya akka namni nurratti hin beekneef ykn osoo meesejii nuuf ergame dubbisuuf dhisuu keenya namni nurratti hin bariin yoo fayyadamu barbaanneef Appiin unseen kun barbachisaadha .
- Alaa bayyee karaalee bayyeen meesejiin nutti dhufee nu rakkisu ni danda’a ta’a kanaaf App unseen fayyadamnee goosota social media ta’an hunda bakka tokkotti to’achuu fi ergaa nuuf ergame kamiyyuu dubbisuuf nu gargaara!
Walumaa galatti Appiin unseen-No last seen jedhamu kun heddu isin gargaara waan ta’eef bufadha itti fayyadama jenna playstore irraa ni argatu free dha link isa dhuma barreeffama kana irraa arggachu ni dandeessu.
About unseen App
Hide last seen, remove blue double ticks and no last read 😉
If you don’t want others to know that you are reading their messages, Unseen is made for you!
Recover back your privacy on social networks and chats with this amazing app. You have now the freedom to read your friends’ messages incognito, without leaving any last seen notice or blue double check, and it works for Facebook Messenger, WhatsApp and Viber !
Finally! No more read receipts, no check marks, no blue double tick or last seen!
This last seen hider is really easy to use: when you receive a message from one of these three messenger apps, it will also be received in the Unseen application. There, you can read it freely, whenever you want, without having any of your friends knowing that you have seen it. Only when you will decide to respond, the « seen » or checkmarks notice will be displayed and people will know that you read the message.
No need to remove internet connection or activate offline mode: Unseen provides a beautiful design and a simple to use interface where you can easily access messages and even sort them by messenger!
Unseen also utilizes « Chat heads » ( Dashdow ) that will show you unread messages in a small bubble on the screen. This is very helpful as it gives you the ability to read messages without having to stop your current tasks. Just tap on the bubble to open the message on Unseen or drag it down to the bottom of the screen to remove it.
Features :
• Hide blue double tick for WhatsApp, no last seen for Facebook Messenger, no last read for Viber
• Read chat messages invisibly and incognito, without your friends knowing
• All your favorite chats at one place, where you can finely sort them by app
• Chat heads ( Dashdow ) for quick message overview
• Enable or disable Unseen for different chat apps like whatsapp, viber or messenger, and be invisible for selected chats only
« You can run but can’t hide »… Now you can hide and read your messages incognito thanks to Unseen.
Thanks for your