Haala Kamiin Zoom App fayyadamna?

Appin zoom malii? Appin zoom kan nu fayyaduuf inni guddaan vidiyoo tolan haala salphaa ta’en namoota hedduu waliin qulqulina olaanaan waliif bilbilu akka dandeenyu kan nu godhudha!

Appin zoom biyya keenya Ethiopia keessattis sirriitti kan dalagudha. Dabalataniis screen silkii ykn Computer keenya nama barbaanne waliin sherrii gochuun wanta nu rakkise ykn rakkolee teekinikaa nu mudatan sirreessuuf nu gargaraa. Hanga namoota 100 ti al takka vidiyoo kooliin waal arguu ni dandeenya kana jechuunis konfiransii guddaa ykn marii guddaa geegessu ni dandeenya jechudha!

Appin zoom jedhamu kun free dha playtore irratti argachuu ni dandeessu network 3G 4G fi 5G waliin sirriitti kan dalagudha. Video ittin Haasawuu qofaaf mitti kan nu gargaru faayiloota adda addaa waliin erguu ni dandeenya message💬 dabalatee. Appin zoom bilbila, computer fi tablet irratti akka gariin ni dalaga kan waan fedha keessan ta’en fayyadamu ni dandeessu.

Fayyidaan App zoom kana qofa mitti kaffaltii tokko malee nama barbaanne waliin waliif bilbiluus kan nu dandeessisudha. Yoo akka tasaa yeroo namni nuuf bilbilee bira hin jiru ta’eef illee akka nama nuuf bilbilee sanaaf erga gabaabaa nutti akka Online hin irra hin jire dubatu erguufi kan danda’udha. Kana hunda fayyadamuuf account Gmail keessan qofatu isin barbachisa galmee galmaa’uun dirqama.

Appin zoom free video call bayyee barbachisaa kan ta’edha free waan ta’eef bufadhaa itti gargarama isiniin jenna! App zoom argachuuf bakka Download jedhu dhuma bareefama kana irratti kan argamu tuqun bilbila keessanitti gadi bufachuu ykn install godhachuu ni dandeessu.

About Zoom free Call App

ZOOM Cloud Meetings apk content rating is Everyone and can be downloaded and installed on android devices supporting 21 api and above.

Stay connected wherever you go – start or join a secure meeting with flawless video and audio, instant screen sharing, and cross-platform instant messaging – for free!

Zoom is #1 in customer satisfaction and the best unified communication experience on mobile.

It’s super easy! Install the free Zoom app, click on “New Meeting,” and invite up to 100 people to join you on video! Connect with anyone on Android based phones and tablets, other mobile devices, Windows, Mac, Zoom Rooms, H.323/SIP room systems, and telephones.

VIDEO MEETINGS FROM ANYWHERE
Best video meeting quality
Easily join a meeting or start an instant meeting with phone, email, or company contacts

COLLABORATE ON-THE-GO
-Best Android device content and mobile screen sharing quality
-Co-annotate over shared content
-Real-time whiteboard collaboration on Android tablets

UNLIMITED MESSAGING (WITH PHOTOS, FILES, AND MORE)
-Reach people instantly to easily send messages, files, images, links, and gifs
-Quickly respond or react to threaded conversations with emojis
-Create or join public and private chat channels

MAKE, RECEIVE, AND MANAGE PHONE CALLS
-Effortlessly make or receive calls with your business number
-Get voicemail and call recording with transcripts
-Use call delegation to make/receive calls on behalf of others
-Setup auto-receptionists to autonomously answer and route calls

AND MORE….
-Safe driving mode while on the road
-Use your Android app to start your meeting or for direct share in Zoom Rooms
-Join Zoom Webinars
-Attend OnZoom events (US Beta only)
-Works over WiFi, 5G, 4G/LTE, and 3G networks

DOWNLOAD NOW PLAYSTORE

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *