Author name: Tech_King

suuraa kee edit gochuuf ykn bareechuuf SNAPSEED fayyadami

Appi kana namoota meqan kessantu fayyadama jira ykn beeka appi photo editing irrati ajaa’iba ta’ee kana? namoonni hin beekne yoo jiraatan kuno guyya har’a isinaan barsiisa akkasumaas akka gadi bufachu dandeessan isniif godheen jira Snapseed: Appin kun immoo kan bayee nama ajaa’ibu namoota heddu biratti fudhatama kan qabu dhaSababiin isaas itti fayyadamuuf kan namaaf salphatu

suuraa kee edit gochuuf ykn bareechuuf SNAPSEED fayyadami Read More »

APP AJAA’IBA ADOBE LIGHTROOM PRO ISA UPDATE TA’EE FAYYADAMAA

APPII Adobe Lightroom: Appin kun bayyinaan namoota photographer ykn color grade suuraa irratti hojechuuf fedha qabaniif fayidaa guddaa qaba Sababni isaas wantoota heddu dalaguuf humna kan qabuuf sirritii photo kamiyyuu edit gochuuf dandeettii kan qabu waan ta’eef Egaan suuraa kessan irratti Bifa (color) garagaraa umuuf ykn tolchuuf isiin gargaara fkn suuraa bayyee dukkanaa’a ture ifa

APP AJAA’IBA ADOBE LIGHTROOM PRO ISA UPDATE TA’EE FAYYADAMAA Read More »

Hojii Dijitaalaa Akkamitti eegalu dandeenya? (Cost Per Action) CPA MARKETING

CPA- Jechuun jecha gabaajeetiin yoo ibsamu “ Cost Per Action” jechuudha. Kana jechuun ajaja agarsiistuu keenyaatiin namni tokko odeeffannoo nurraa argatuu agarsiistuu keenya erga cuqaaseen booda kanneen akka galmaa’uu (Register), Dokumatii buufachuu (Dawnload), Cuqaasuu, daawwachuu fi kkf raawwateen booda kaffaltiin keenya eenyummeessaa nuti CPA irraa qabnutti kaffalamaa deema. Gaafa kana jennu gosoota gurgurtaa CPA nuti

Hojii Dijitaalaa Akkamitti eegalu dandeenya? (Cost Per Action) CPA MARKETING Read More »

BORSAAN DIJITAALAA MAAL AKKA TA’E BEEKTUU?

Borsaa dijitaalaa kan jedhaman online qarshii keenya kan keessatti kuufannu jechuudha. Borsaan dijitaalaa kun gosoota hedduutu jiru akkasuma faayidaaniillee wal irraa adda adda. Kan irratti hundaa’uu fi hojjetu yoo internet jiraate qofa. Mobaayila keenya irraas tahu komputera nuti dhimma itti baanu sun internet qabaachuu kan qabuudha. Off line kan hojjetu miti jechuudha. Digital wallet kan

BORSAAN DIJITAALAA MAAL AKKA TA’E BEEKTUU? Read More »

Faayidaa fi miidhaa Bitcoin

Barnoota kanaa kessatti wa’ee Bitcoin(BTC) isin hubachisuuf ni yaala Egaa gosoota Crypto keessaa inni hangafaa Bitcoin dha jenne .  Bitcoin jechuun qarshii dijitaalaa sharafa adda addaa addunyaa irratti ittiin geggeessuu dandeenyu fi kan harkaan hin qabamne albuuda dijitaalaa sirna algoorizimii compiyuteraa humna qabeessa taheen kan hojjetamee argamuudha. Bitcoin gabaabsinee yoo barreessinu “BTC” jennee kaa’uu dandeenya.

Faayidaa fi miidhaa Bitcoin Read More »

Hojii Onilne hojjennu karaa kamiin qarshii fudhachuu dandeenya?

Hojiillee hedduu online dalagnee qarshii argachuu dandeenya. Qarshii kana ammoo akkamiin biyya keenya keessa teenyee fudhachuu dandeenya gaaffii jechu yeroo hedduu kan ka’uudha. Akkaataa hojiilee nuti hojjennu irratti hundaa’ee karaa kaffaltii gosa hedduu akka biyya keenyaatti amansiisaa fi beekamtii kan qabu  muraasa nii jira.  Paypal Dhaabbata umurii dheeraa xiqqoo fixe tahee garuu hojii kam irrattiyyuu

Hojii Onilne hojjennu karaa kamiin qarshii fudhachuu dandeenya? Read More »

YouTube irra qarshii argannu dachaa 3 guddifachuuf maal gochuu qabna?

Hi akkam jirtuu welcome! Qarshii Youtube irraa argannu dachaan guddifachuuf qabxiiwwan nuu barbaachisan maalidha? Akkamitti kaffaltii youtube kenyaa ol kaffachuu dandenyaa jechuu keessanin dura kan isin beeku qabdan youtube akkamitti kaffaltii kaffalaa kan jedhuuf sababa inni nuuf kaffaluu beekuun barbachisaadha. Youtube kaninni nuuf kaffaluu ergii monetize tanee boode akka ta’ee beekamadha kan inni nuuf kaffaluus

YouTube irra qarshii argannu dachaa 3 guddifachuuf maal gochuu qabna? Read More »

WANTI GUDDINA DIINAGDEEF NU DHORKAN maalfaadha?

Yeroo nuti keessa jirruun dursa hojiin namootni addunya kana irraa hojjetan hedduun isaa dadhabbii olaanaa fi galii xiqqaa argamsiisuudhaan kan jiraataa turaniidha. Kunimmoo biyyootuma guddatan irraa kaasnee guddina tekinoloojiin ala hojin hawaasni addunyaa hojjetu humnaa fi baajata guddaa gaafatuun ala hojii salphisun kan galiin gaarii argamsiisu hin turre. Guddina guyyaa guyyaa tekinoloojiitin garuu har’a addunyaan

WANTI GUDDINA DIINAGDEEF NU DHORKAN maalfaadha? Read More »

DAANDIWWAN SARARA (ONLINE) QARSHII ARGANNU

Jaarraan amma nuti keessa jirru yeroo keenya osoo hin qisaasin, baasii kiisii keenyaas osoo garmalee hin baasiin tekiniloojiin haalota hedduu mijeessee mana ofii teenyee galii adda addaa sarara irraa argachuun yeroo itti danda’ameedha. Dhaloota ammaaf tekinoloojiin bu’aa gurguddaa hojii salphisuun haala salphaatiin qarshii hojjennee argachuu keessatti tajaajila guddaa kennaa jira. akkaataan nuti itti milkaa’aa jirru

DAANDIWWAN SARARA (ONLINE) QARSHII ARGANNU Read More »

Bitcoin karaa salphaan akkamitti argachuu dandeenya?

Karaa Salphaatiin Bitcoin Argachuu Kan Dandeenyu Karaa nuti Bitcoin itti argachuu dandeenyu waliif himuu keenyaan dursa Bitcoin lakkoofsota akkamii irraa ijaarame jennee beekutu nu barbaachisa. Jalqaba hundeeffama Bitcoin bara 2009 keessa  yoo ilaallee maqaa “Satoshi” jedhamu itti moggaafameetu jira. Gosa Kiriiptoo kamiinuu maqaa kana moggaafateeti. Kanaaf Bicoin tokko (BTC1) lakkoofsa digit maqaa isaa danda’e nii

Bitcoin karaa salphaan akkamitti argachuu dandeenya? Read More »

BARREFAMA BARREESSUUDHAAN AKKAMITTI QARSHII ARGACHUU DANDEENYAA?

Barruun nuti barreessinee galii argannu bifa hedduutu jiru garuu bakkaa fi akkaataan itti nuuf kaffalamu garaagara. Haatahu malee barruulee adda addaa barreessuudhaan internet irraa galii nuti argannu bakka hundatti miti. Garuu kan nuti kaffaltii gaarii argannu website mataa keenyaa yoo qabaanne qofa kan gorfamus kanaadha. Barruun nuti website keenya irratti barreessuudhaan galii argannu ammo seera

BARREFAMA BARREESSUUDHAAN AKKAMITTI QARSHII ARGACHUU DANDEENYAA? Read More »