Author name: Tech_King

App Truecaller Gold isa haaraa bufadha (How to use truecaller)

Appin Truecaller malii? appin kun hojilee ajaa’iba bilbila keenya gargaran heddu isaa akka argannu kan godhudha keessuma Yeroo nama waliin bilbila haasofnu wantoota bayyee gochuuf nu dandeesisa FKN Yoo namni silkii nu dawwalee eenyumaa nama sana hin beeknu ta’e abbaa sana maqa a isa fi eessa akka nutti bilbile salpatti nuuf himu ni danda’a, Bilbila

App Truecaller Gold isa haaraa bufadha (How to use truecaller) Read More »

Akkaata namni hin beeknetti iccitii dhunfaa keessan kan isinii dhoksuu danda’u App ajaa’iba

Appi ajaa’iba suuraa, video fi faayilaa barbaachiso iccitii ta’an akka namni kamiyyuu arguu hin dandeenye godhee haala bayyee nama ajaa’ibuun kan isiniif dhoksuu danda’u App ajaa’iban isiniif qabadhee dhufee kuno! Faayidaan isa malii? Appiin kun Clock Vault jedhama faayidaan isaas haala namatti toluus salphaa ta’een faayila barbaachisa ta’e wantoota akka suuraa video fi dokumentootaa adda

Akkaata namni hin beeknetti iccitii dhunfaa keessan kan isinii dhoksuu danda’u App ajaa’iba Read More »

Afaan oromo gara afaan barbaannetti kan jijiru App haaraa

Baga gamadan afaan barbaadan gara afaan oromooti jijiruun danda’ame jira! akkuma bekkamu waggoota hedduuf google afaan keenya afaan oromo afaan dijitalaa akka nuuf godhuuf karaa bayyee yaalameera ammaas yaalamaa jira. haa ta’u iyyuu malee milka’uu hin dandeenye kanaaf ammayyuu tanaan google translate keessa hin seene! Kanaaf APPin haaraa dhimma kanaf sirritti nu gargaruu ni jira

Afaan oromo gara afaan barbaannetti kan jijiru App haaraa Read More »

Password facebook dagatamee karaa haaressuu dandeenyu!

Hi akkam jirtu matiin tora website keenya hundi guyya har’a wanti nuun qabanne isiniif dhufnee yoo akka tasaa password Facebook keessani dagatan akkamitti akka deebistani akka argatan kan isiniif himnu ta’a. Namooni bayyeen password facebook isani yeroo bayyee ni dagatu fknf yemmu bilbila haaraa bitataan akkawonti isanii isa duuri itti gutuuf ni dogogoruu akkasumas walaluu

Password facebook dagatamee karaa haaressuu dandeenyu! Read More »

karaa passwordiin kee hatamuu danda’u 3 kan beekuu qabdu

Hi akkam jirtu guyya har’a kana wanti nutti waliin ilaalu karaalee passwordn facebook keenya nu jela hataamu danda’an 5 kan beekun sirritti irra of eegachuu qabdan isan kam akka ta’an kan waliin ilaaluudha! kanaaf obsaan duubisa! Fayyidaan password nama jela hatuu malii? Paswordiin akkawonti keenya kan ittin cufannu yoo ta’u kan namni kamilee nuu jela

karaa passwordiin kee hatamuu danda’u 3 kan beekuu qabdu Read More »

Imo haaraa saffisa guddaan isiniif dalagu buufadhaa bayyee itti gammadu

imo haaraa beeksisa adda addaa irra bilisa ta’e fi saffisa ajaa’iba qabu bufadha fayyadamaa. Imon kun update kan ta’edha kanaa jechuun haaromsameera jechuu keenya fayyidaan isa isaas bayyeedha Fknf yeroo bilbila haasoftan addaan ciccitee isin hin rakkisu, beeksisoota hin barbachiifne amma ammaa fidee isin hin jeequu, suuraa video fi Text salphaatti saffisaan isiniif erguu danda’a

Imo haaraa saffisa guddaan isiniif dalagu buufadhaa bayyee itti gammadu Read More »

Gosoota WhatsApp hunda bakka tokkotti isniif finee jira!

Hi akkam jirtu hordoftonni website keenya hundi? nagaa kessani akka naga tatn abdi gudda qabna! Hara’a wanti nuun isiniif qabane dhufne gosoota whatsapp hunda isiin fayyadu danda’an jenee yanne hunda dha whatsapp nuti isiniif qabane dhufnees GBwhatsapp, YOwhatsapp, fi FMwhatsapp dha akka itti gamadaniis abdi gudda qabna! hundi isayyuu update kan ta’edha haaraa kanaaf yadoof

Gosoota WhatsApp hunda bakka tokkotti isniif finee jira! Read More »

Hojii website qarshii nuuf argamsiisu akkamitti eegaluu dandeenya?

Hordoftoota  wanofi.com baga gara website keenyatti nagaan dhuftan jechaa, yeroodhaa yerootti akkaataa galii karaa salphaan argachuu dandeenyu karaalee hedduu isiniin gahaa turuu keenya isinuu ragaadha. Namootni hedduun fayyadamaa kan jiranii fi kanneen ammallee toora nuti leenjii kenninu irra hiriiruudhaan galii toora marsariitii irraa argachaa jiran heddummataa akka dhufaa jiran namootni hedduun dhugaa nuuf ba’aa jiran. Haatahu malee

Hojii website qarshii nuuf argamsiisu akkamitti eegaluu dandeenya? Read More »

Appii PowerDirector isa haaraa Vidiyoo kan ittin edit goonu

Yeroo amma kana namoonni bayyeen bilbila isanitti fayyadamuun video ajaa’iba ta’an hedduu yeroo isan dalagaan ni arginaa ta’a! garuu Appi gosa isa kam akka isaan fayyadaman hin beennu ta’u danda’a garuummoo namoonni bayyeen App Kan akka KINEMASTER, POWERDIRECTOR, ACTION DIRECTOR FI CUPCUT fayyadamuu! Haa ta’u iyyuu malee bayyeen isa yeroo playstore irra gadi buufne itti

Appii PowerDirector isa haaraa Vidiyoo kan ittin edit goonu Read More »

Kinemaster haaraa (WATERMARK) kan hin qabne bufadhaa

Bayyeen keenya appi kana ni beekna jedheen yadaa keessattuu video yeroo bayyee namoonni edit gootan ni beektu kaneen youtubera tatan immoo yeroo yerootti update gocha akka jirtan abdii guddaan qaba.! Wanti haaraan kinemaster fidee jiru malii? Kinemaster wantoota hedduu fide jira garuu isan keessa tokko kan ta’e Magic Remover dha kan inni isiin gargaruus video

Kinemaster haaraa (WATERMARK) kan hin qabne bufadhaa Read More »

NAMOONNI APPI PICSART GOLD PRO ISA BARBAADAN KUNOO ASI ARGACHUU DANDEESSU

App kanatti akka namoonni hedduun gargaaramaa jirataan nan abdadha yeroo amma kana update ta’e jira wanttota haaraa ta’aniis off kessati dabalee nuf dhufee jira garuu isa playstore irrati gadhiifame jiru osoo hin tanee isa qarshiin bitamu irrati kanaaf eegan maree guyya har’a kana furmata isiniif ta’a jedhe yadee as irratti gadhiisen jira waan ta’eef salphaatti

NAMOONNI APPI PICSART GOLD PRO ISA BARBAADAN KUNOO ASI ARGACHUU DANDEESSU Read More »