Author name: Tech_King

Waraana Tigiraay: Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti ‘tarkaanfii dhumaa akka fudhatan’ kallattiin kenname

Ibsi waajjiricha irraa kennamee, TPLF Itoophiyaa diiguuf humnoota biyya keessaa fi alaa wajjin hojjechaa turuu himuun, humna shororkeessaadha jedhan kana irratti tarkaanfii cimaan fudhatamuu akka qabu waamicha dabarse. Haleellaan TPLF bane uummata biyyattii hundarratti akka ta’e hubatamee, uummatni waraana TPLF irratti gaggeeffamutti makamuu fi deeggaruu akka qabu ibsi waajjiira MM bahe hime. ”Lammiileen Itoophiyaa umuriin

Waraana Tigiraay: Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti ‘tarkaanfii dhumaa akka fudhatan’ kallattiin kenname Read More »

WhatsApp hojimaata suuraafi viidiyoon takkaa ilaalamee akka badu godhu eegaluuf

Hojimaatni kuni namni suuraan ergameefi tokko erga ‘takkaa ilaalee’ booda otoo ‘save’ hin tahiin akka badu godha. WhatsApp hojimaatni kuni, ‘’fayyadamtoonni icciitii isaanii isa kana duraarraa to’achuu,’’ akka danda’an taasisa jedha. Haa tahu malee mootummaan dhimma ergaa ‘’ofiisaatii badu’’ irratti danqaan seeraa isa mudachaa jira. Namoonni dhimma iftoominaaf falman hoji-maatni kuni itti gaafatamummaa mootummaafi galmee

WhatsApp hojimaata suuraafi viidiyoon takkaa ilaalamee akka badu godhu eegaluuf Read More »

Appilikeeshinoota kanneen sadii Dafaa mobaayilii irraa balessa.

Applikeeshinootni hamoo tahan namoota dhuunfaa fi dhaabbilee yaaddoo keessa galchu. Bakka qabachuun qofa osoo hin taane madda vaayirasiiti, beeksisoota namni hin feenes namatti ergu. Dhaabbanni Google bara kana keessa qofa applikeeshinoota Android’f hamoo tahan kuma 900 haqee jira. kunimmoo kan bara 2017 ture irraa harka 80 caalmaa qaba. Applikeshinootni hamoo tahan kuni, sababoota maamiltoonni irra

Appilikeeshinoota kanneen sadii Dafaa mobaayilii irraa balessa. Read More »

Mallattoowan torba akka bilbilli keessan hakkii ta’ee mul’isan

Bilbilli harkaa keessan waa’ee keessan ragaa hedduu qabachu mala. meeshaa baayyee kan dhunfaa ta’e kunis ergaawwan namoonni kaan akka argan hin barbaannee hedduu, tessoowwanii fi password ykn icciitii bilbilootaa fi kaan qabaachu mala. Kanaafuu, bilbilli keessan ugguramuu (hacked ) ta’u yoo bartan ta’ee battalumatti tarkaanfii fudhachuun barbaachisadha. Haa ta’u malee baayyeen keenya bilbilli keenya ugguramuu

Mallattoowan torba akka bilbilli keessan hakkii ta’ee mul’isan Read More »

Ajjeechaa Gammachiis Moosisaan shakkamuun misirroo dabalatee namoonni jaha to’ataman

Dargaggoo ganna 28 fi ogeessi fayyaa hospitaala riferaalaa yunvarsiitii Wallaggaa, Gammachiis Moosisaa, Adoolessa 24 bara 2013 fuudhee guyyaa tokko booda manaa bahuun achi buuteen isaa dhibame. Maatiin erga barbaadanii dhabaniin boodarra poolisiif gabaasa gochuun barbaachi cimee itti fufe. Barbaacha maatii fi hiriyyoonni isaa qaama nageenyaa waliin godhaniin reeffi isaa magaala Naqamtee irraa fageenya xiqqaa irratti

Ajjeechaa Gammachiis Moosisaan shakkamuun misirroo dabalatee namoonni jaha to’ataman Read More »

Bakakkaan bu’ee namoota cidha irra turan 17 ajjeese

Baangilaadeshitti bakakkaan bu’ee yoo xiqqaate namoota cidharra turan 17 ajjeesuu qondaalotni mootummaa himan. Mishirricha dabalatee namootni biroo 14 tahan ammoo miidhamaniiru. Misirrittiin ammoo yeroo sana garee keessummoota cidharra turan waliin hin turre. Keessummootni gurbaa fuudha dhaqu waliin turan bidiruu laga naannoo magaalaa Shibgaangi jedhamtu irraa bu’anii gara mana warra intala heerumtuutti imalaa turan, yeroo yandoo

Bakakkaan bu’ee namoota cidha irra turan 17 ajjeese Read More »

Ameerikaafi Sudaan dhimma Itoophiyaarratti maal mari’atan?

Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan dhimma yeroo ammaa Itoophiyaa keessa jiruufi waa’ee adeemsa motummaa ce’umsaa Sudaan ilaalchisuun Ministira Mummee Sudaan, Abdallaa Haamdook, waliin mari’atan. Aangaa’oonni lamaan waraanni kaaba Itoophiyaatti mudate gara naannoolee Amaaraa fi Affaariitti babal’achuusaa akkasumas yaaddoo haala namoommaa naannoo Tigraayii keessatti badaa dhufee irratti mari’atan. Ibsa Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa Roobii galgala

Ameerikaafi Sudaan dhimma Itoophiyaarratti maal mari’atan? Read More »

Bilbila sobaa halkani isin jeequ maaliin ofirraa ittiftu?

Osoo hirriba keessaa sirriitti hin dammaqiin aariidhaan deebistu ta’a, garuu sagaleen maashinaan waraabame kun sagalee ‘roobootiidhaan’ waan isin jettan osoo hin dhageeffatiin irra deddeebi’ee isin jeeqa. Rakkoon ‘robollamanda’ isin qunnamee beekaa? ‘Sagalee waamicha roobootii’ afaan Ingiliziitiin (‘robocalla’) jedhama. Kun akkuma ergaan sobaa karaa toora iimeelii keenyaan nutti ergamu, sagalee sobaa karaa bilbila keenyaa nutti ergamuudha.

Bilbila sobaa halkani isin jeequ maaliin ofirraa ittiftu? Read More »

HOJIIWWAN QARSHII GURGUDDAA NUUF KAFFALAN

Hojiiwwan qarshii gurguddaa nuuf kaffalan online kana tahan qofa odeeffannoo isiniif laanna. Isaan kun gama gijitaalii ykn online teenyee hojjechuu yoommuu tahu kanneen galii saffisaa nuuf kennan qofa osoo hin taanee bara jireenya keenyaa haga dhaloaataa dhalootatti darbuutti galii nuti argannuudha. Kana jechuun dhaloota keenyatti galiin darbu kaampaanonni akkasi yeroo ammaa hawaasa addunyaa hirmaachisaa jiruudha.

HOJIIWWAN QARSHII GURGUDDAA NUUF KAFFALAN Read More »

App namni bilbila isa irra qabachuu qabu gosa 3

Har’a wantin isiniif qabadhee dhufee Appi gosaa sadiidha kan bayyee isiin fayyadaniidha wan ta’ee itti fayyadamuu qabdu jedhen yadaa fayyidaan isaan isiniif kenaan hedduu inni jalqaba video editiif kan isiin gargaarudha inni lamataa suuraa edit gochuuf isiin fayyada inni sadaffaa immoo namoota bilbilli kessan humna guddaa hin qabne jechuun RMN isa xiqqoo kan ta’eef hedduu

App namni bilbila isa irra qabachuu qabu gosa 3 Read More »

Video editor kinemaster pro kan qarshiin bitamu tolaan gadi bufaadha

yeroo amma kanaa video edit gochuuf system bayyee jira namoonni hedduun video ediiti gochuuf computer fayyadamuu isaan kan immoo Appiiwwan adda addaa gargaramuun bilbila irratti edit godhuu garuu sun yeroo heddu kan nama jala gubuuf hojii garii ta’ee dafnee xumuruuf ykn hojechuuf danuu namaa danqaa. Kanaaf bilbila kenya iratti karaa salphaan video barbaanne akka fedha

Video editor kinemaster pro kan qarshiin bitamu tolaan gadi bufaadha Read More »