App Truecaller Gold isa haaraa bufadha (How to use truecaller)
Appin Truecaller malii? appin kun hojilee ajaa’iba bilbila keenya gargaran heddu isaa akka argannu kan godhudha keessuma Yeroo nama waliin bilbila haasofnu wantoota bayyee gochuuf nu dandeesisa FKN Yoo namni silkii nu dawwalee eenyumaa nama sana hin beeknu ta’e abbaa sana maqa a isa fi eessa akka nutti bilbile salpatti nuuf himu ni danda’a, Bilbila
App Truecaller Gold isa haaraa bufadha (How to use truecaller) Read More »










