imo fi WhatsApp kan caalu App ajaa’iba Botim
Yeroo bayyee Appileen nutti fayyadamnu bayyee keessa imo fi whatsapp isa jalqabadha haa ta’u malee yeroo ammaa kanatti kampaniin hedduu App isan caaluu danda’an hojechuu irratti argamu! Kanaaf namoonni imo fi whatsapp rakkolee adda addaan sirriitti isiniif hojechuu dideef App Botim jedhamu kanatti akka gargaramu qabdan isin gorsina Sababiin isaas wantoota whatsapp fi imon dalagu
imo fi WhatsApp kan caalu App ajaa’iba Botim Read More »










