Author name: Tech_King

Message namaa karaa salphaa hakii itti gootan

mobaayila namaa barbadan kamiyyuu salphaatti to’achuuf kan isin gargaruu app ajaa’iba message bilbila kamiyyuu gara kan keessanitti dabarsuuf gargaruu dha Appiin kun message namaa mobaayila nama isiin to’achuu barbaadan irratti ergamu gara kan keessanitti dabarsuuf ni fayyada kana jechuun immoo fknf nama tokko message isa to’achuu kan dandeessan yoo ta’e FACEBOOK, whatsapp,imo,telegrama, fi SMS text

Message namaa karaa salphaa hakii itti gootan Read More »

App 2 kan online irraa bitcoin ittiin argatan

Yoo addunyaa Bitcoin investing keessa seenuuf barbaaddan, karaaleen itti hojjechuu dandeessan muraasni jiru. Karaan jalqabaa fi salphaan Bitcoin bitachuudha, garuu sun yoo nama jalqabaa taate baay’ee qaala’aa fi balaa qabaachuu danda’a. Karaan biraa immoo qotuudha. Garuu kunis mala baayyee qaalii ta’a. Malli dhumaa marsariitiiwwan badhaasa onlaayinii fi/ykn appii bitcoin keessatti kaffalan irratti hirmaachuudha. Yoo maallaqa

App 2 kan online irraa bitcoin ittiin argatan Read More »

Suuraa kamiyyuu kan dullome fi gurracha’ee kan isiniif sirreesu

suuraa kan dullome qabdu? Ykn kan qulqullina hin qabne fi kan gurracha’ee salphumatti bareechuuf qulqulleessuu kan isin dandeessisu app ajaa’iba filannoo 9 ol qabu kana fayyadamaa! Appiin kun Face Restore jedhama playstore irraa buufachuu i dandeessu free dha! Itti fayyadamni isa salphaa dha. Fuula keessan hedduu isiniif ni bareecha kan buggurri qabus ni qulqulleessa! Link

Suuraa kamiyyuu kan dullome fi gurracha’ee kan isiniif sirreesu Read More »

App dugda duubaan vidiyoo isiniif waraabu

isinirratti hin beekin salphaatti video akka wanta bilbila keessan cufamee jirutti waraabuu kan isin dandeessu app ajaa’iba kana buufadha appiin kun background dhan kan dalagudha kana jechuun immoo yoo bilbilli keessan screen off ta’es dhisees ni dalaga jechudha namni kan biraan silkii keessan ilaalu isin irratti hin beeku kanaaf itti fayyadamaa. Appiin kun background video

App dugda duubaan vidiyoo isiniif waraabu Read More »

Data keessan qusachuuf

Daataa moobaayilaa qusachuu Datally, appii haaraa ismaartii Googlen hojjetame fayyadamuun salphaadha. Innis hogganaa daataa moobaayilaa yoo ta’u, daataa keessan hordofuu, qusachuu fi to’achuudhaaf kan isin gargaarudha. Karaa itti fayyadama daataa appii hordofuu fi to’achuutiin daataa dabalataa qusachuu fi bilbila keessan irraa bu’aa guddaa argattu. DATA DABALATAA SAVE GODHAAAkkasumas viidiyoo dabalataa ilaaluuf, suuraa dabalataa daawwachuuf, fi

Data keessan qusachuuf Read More »

Afaanota kamiyyuu salphaatti gara afaan Oromootti kan nuuf jijiruu

Afaan addunyaa kamiyyuu afaan barbaaddanitti hiikuu dubbachuu dandeessu. Appiin kun fayyidan isa guddaadha Sababiin isaas immoo afaan kamiyyuu salphaatti gara afaan keenya afaan Oromotti jijijjiiruuf kan isin dandeessisu App ajaa’iba ta’edha! Appiin kun Appiwwan warra kan waliin waal fakkata keessattuu Google Translator wajjin kanaaf App isa sirrii ta’e link dhuma barrefama kana irra jiru tuquun

Afaanota kamiyyuu salphaatti gara afaan Oromootti kan nuuf jijiruu Read More »

Mobaayila nama bira mobile keessan irratti karaa ilaaluu dandeessan

Screen Mirroring: Appiin Mobaayila irraa gara Mobaayilaatti Screen Sharing app battalumatti mobaayila irratti iskiriinii qoodudha. Hiriyyoota bilbila android fayyadamtoota biroo waliin screen bilbila keessanii share gochuu dandeessu. Iskiriinii bilbila hiriyyaa keessanii iskiriinii bilbila android keessanii irratti arguu dandeessu. Mobile gara Mobile Fageenya irraa To’achuu Argachuu. Mobile to Mobile Connect appii salphaa iskiriinii calaqqisiisuudha. Akkuma beektan

Mobaayila nama bira mobile keessan irratti karaa ilaaluu dandeessan Read More »